Qabeenya biiliyeenara addunyaa Iloon Maask kan ta'e SpaceX gareen tokko qondaalota nageenyummaa mirkaneessan waliin ta'uun ''karoora of eeggannoo duraa'' irratti hojjechaa akka jiran ibse.
Balaliin xiyyaaraa Rayaneer Landan irraa Amajji 17 ka'ee Vilnu'is, Lituniiyaatti dhiyaatee bu'uuf yeroo irraa gadi bu'uu jalqabetti akka tasaa imallisaa addaan cite. Xiyyaarri kun lafa tuquudhaaf ...