Namootni akka of ajjeesan sababootni taasisan hedduun haa jiraataniyyuu malee taateen hedduun fayyaa sammuu wajjin walqabatu. Rakkooleen diinagdee, hawaasummaa fi siyaasaa akkasumas nama jaalatan ...
Tiraamp biyyoota Gamtaa Awurooppaa Ameerikaa haala gaariidhaan hin keessuumMeessine jedhan irras taariifa kaa'uudhaaf karoora qabaachuu ibsaniiru. Pireesi Sakreetariin Waayit Haawus Kaarooliin ...